Fana: At a Speed of Life!

Haadha ijoolleeshee 4 bosona keessatti guddisaa turteef manni jireenyaa laatame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Haadha ijoolleeshee 4 bosona keessatti guddisaa turteef manni jireenyaa laatamuufi ibsameera.

Haadha kanaaf manni jireenya Birrii kumni dhibbi 4 fi kumni 78 baasii itti ta’ee fi meeshaaleen mana keessa laatameefira.

Magaalaa Finfinnee kutaa  magaalaa Kolfee Qaraaniyootti aadde Samiiraa Yilmaa bosona keessaatti ijoolleeshee 4 guddisaa turteef mana jireenyaa fi meeshaalee mana keessaa guutuu waliin laatameefira.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.