Fana: At a Speed of Life!

Hararii fi Dirree Dawaatti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Hararii fi Dirree Dawaatti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame.
 
Biifaan keemikaalichaa daandilee jajjaboo ummanni itti heddummaatuu fi iddoolee gabaatti raawwatameera.
 
Kanaan duras biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii magaalaa Finfinnee fi Hawaasaatti raawwatamuun ni yaadatama.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.