Fana: At a Speed of Life!

Haroo Xaanaa badiirraa baraaruuf gaarren Guunaa misoomsuuf yuunvarsiitonni waliigalan

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Haroo Xaanaa badiirraa baraaruuf gaarren Guunaa misoomsuuf yuunvarsiitonni waliigalan.
 
Waliigalticharra kan ga’an Yuunvarsiitii Dabrataaboor, Dabaarq, Goondar, Baahir Daar, Injibaaraa fi Dabramaarqoosi.
 
Gaarren Guunaa madda lageen 41 fi burqaawwan 77ti.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.