Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa yeroo karoorfamee fi haala barbaadamuun hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa yeroo karoorfamee fi karaa barbaadamuun hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silaashii Baqqalaan beeksisan.
Dooktar Injinaar Silaashii Baqqalaa fi miseensonni boordii Humna Ibsaa Ityoophiyaa bakkichatti argamuun haala ijaarsichaa gamaggamaniiru.
Ijaarsi Hidhichaas yeroo karoorfamee fi karaa barbaadamuun haala gaariirra jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.