Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Dooktaroota Sudaan 100f carraa barnootaa bilisaan laatte

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) –Ityoophiyaan Dooktaroota Sudaan kibbaa 100f carraa barnootaa bilisaan laachuu ishee Ministeerri Fayyaa Sudaan kibbaa beeksise.

Carraa barnootaa laatameen ispeeshaalaayizdii akka taasisaniif ta’uu ministeerichattii daayreektarri jeneraalaa misooma proofeshinaalii fi leenjii ibsaniiru.

Daayreektarichi Dooktaroota Sudaan kibbaa ispeeshaalaayizdii taasisu barbaadaniif barnoonni bilisaan laatamuu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.