Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,568 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,568 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 22 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,601 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,568 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,838 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 55,462irratti argama.

Namoonni 967 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 22 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,230 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 32 fi 512 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.