Fana: At a Speed of Life!

Jimmaatti dhibee  busaa ittisuuf Agoobaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 23 raabsamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dhibee  busaa ittisuuf Agoobaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 23 raabsamaa jira.

Tamsa’ina dhibee busaa ittisuuf magaalaa Jimmaa gandoota 17 keessaatti agoobaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 23 raabsamaa jiraachuu Wajjiirri Eegumsa Fayyaa magaalichaa ibseera.

Ganni seenuun wal qabatee tamsa’ina dhibee busaa ittisuu hawaasni agoobaaraa sirnaan akka itti fayyadamu waajjira Eegumsa fayyaa magaalichaatti itti gaafatamaan dhibee busaa ittisuu fi to’achuu obbo Haaylee Laggasaa himaniiru.

Warqafeerraaw Yaalaawtu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.