Fana: At a Speed of Life!

Komaandoon addaa fi gareen qorattoota yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa magaalaa Maqalee galeera

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) -Komaandoon addaa fi gareen qorattoota yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa kaleessa magaalaa Maqalee galuu ibsameera.
Gareen kun Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin ta’uun yakkamtoota garee Juuntaa adamsuu eegalaniiru jedhame.
Gareen Komaandoo Oppireeshinii fi sakatta’iinsa adda addaa gaggeessuun bu’aa qorannoo yeroo yeroon uummataaf ibsa kan deemu ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.