Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Bahaar Daarii gara Finfinnee imalaa ture to’atame

Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Shugguxiiwwan 108 fi Rasaasni kumni 2 fi 800 seeraan alaa magaalaa Bahaar Daarii gara Finfinnee imalaa ture to’atameera.
Shakkamtoonni meeshaalee waraanaa seeraan alaa kana imalchiisaa turan lama to’atamuu Qajeelchi Poolisii Godina Goojjam Lixaa ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.