Fana: At a Speed of Life!

Namni dhuunfaan an Dooktar fayyaati jedhuun hawaasa gowwomsaa ture adabame

Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Hoospitaala Rifaraalaa Goobbaatti namichi irra deddeebiin ani Doktora fayyaatii jechuun ummata gowwoomsuun mallaqa saamaa ture hidhaa fi maallaqaan adabame.
Manni murti aanaa Gobbaa Dhaddacha har’a ooleen nama dhuunfaa Dooktara fayyaati kilinika dhuunfaas qaba dawaa bareeda kiliinika kootii argattaan jechuun hawaasa gowwomsuun maallaqa saamaa ture adabbii hidhaa waggaa 6 fi baatii 6 fi maallaqaan adabuu ibsameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.