Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ristuu Yirdaawun hospitaala sadarkaa jalqabaa Baachuumaa ebbisisaan

Finfinnee, Onkololeessaa 8, 2013 (FBC) – Itti aanaan preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun hospitaala sadarkaa jalqabaa Baachuumaa ebbisisaaniiru.

Preezdaantichi godinachatti hojii misoomaa hojjeetama jiruus daawwataniiru.

Dabalataanis naannoo kibbaa godina Kaafaatti qamadii misoomaa jiru daawwataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.