Fana: At a Speed of Life!

Obbo Umar Huseenii fi Injiinar Taakkalaan hojiilee qonna magaalaa daawwatan

Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa FDRI obbo Umar Huseenii fi itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan hojiilee qonna magaalaa daawwatan.
 
Qonna magaalatiif iddooleen 100 qophaa’un ni yaadatama.
 
Hojichi jiraattonni fudraa fi mudraa akka oomishan kan kaayyeffatedha.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.