Fana: At a Speed of Life!

Woorld Viizhin Ityoophiyaan Ministeera Fayyaa FDRItif deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa laate

Finfinnee, Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Woorld Viizhin Ityoophiyaan Ministeera Fayyaa FDRItif deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 1.7 laate.
 
Bakka bu’aan ministeerichaa obbo Fiqaaduu Yaadataan deeggarsa taasifameef galateeffataniiru.
 
Daayreektarri dhaabbatichaa miistar Eedwaard Braawn gama isaanitiin deeggarsichi hojii ittisaa deeggaruuf kan ooludha jedhaniiru.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.