Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin waggaa damee Fayyaa 23ffaan magaalaa Jigjigaatti eegalame

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee Fayyaa 23ffaan magaalaa Jigjigaatti mata duree ‘boqonnaa haaraan sirna fayyaa deebii laatu’ jedhuun eegalameera.
Yaa’icharratti itti aanaa Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Ibraahiim Usumaanii fi Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasee dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee akkasumas keessummnnii kabajaa argamuu AMN gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.