Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 620 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 620 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 21 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,605 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 620 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1286 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 54, 203 irratti argama.

Namoonni 912 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 21 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,709 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 58 fi 062 qabamaniiru.

Namoonni 1,134,885 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.