MM Abiy Ahimad balaa lolaa Afrikaa Kibbaatti qaqqabeen gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balaa lolaa Afrikaa Kibbaatti muudateen miidhaa cimaa lubbuu namaa fi qabeenyarra ga’eef gaddi itti dhaga’amuu…